Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Ayyaana Iid Al Faxiraa sababeeffachuun maaddii qoodan

Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Iid Al Faxiraa sababeeffachuun maaddii qoodaniiru.

Maanguddoota biyyaaf oolmaa guddaa oolanii fu harka qalkeeyyiif giddu gala Nyaataa Tasfaa Birhaanitti maaddiu qoiduu isaanii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Giddugaloonni nyaataa keenya nyaata qofaa osoo hin taane, jiraattota keenyaaf jaalalaa fi kabaja keenya kan itti qoodnu akkasumas ayyaana isaan waliin ooluun obbolummaa ol kaasaa magaalaa haqni hawaasummaa irratti cime ijaaruu keenyaaf agarsiiftuudha jedhan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.