Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach fi Injinar Taakkalaan hojii ijaarsaa mana Kitaabaa fi Haaromsa mana qopheessaa daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 10, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi Ministirri Ministeera Boba’aa fi Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan hojii ijaarsaa mana dubbisa Kitaabaa fi Haaromsa mana qopheessaa magaalaa Finfinnee daawwataniiru.
Aadde Adaanach, ijaarsa mana Kitaabaa wayita Injinar Taakkalaa Uumaa itti aanaa Kaantibaa turan eegalame Kiiloo Meetira 1.5 dheeratuu fi hojii haaromsa mana qopheessaa daawwachuu isaanii Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaaniiru.
Hojiileen kunneen yeroo ammaa xummurarra ga’uu isaanii himaniiru.
Jalqabbii gaarii itti fufsiisuun hanqinoota jiran guutuun biyya walharkaa fuudhuun ni ijaara jedhan.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.