Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Akiinwumii Adeesiinaa waliin mari’ataniiru.

Aadde Adaanach Fooramii Invastimantii Afrikaa gaggeeffamaa jiru cinaatti Pireezidaanticha waliin dhimmoota waloorratti mari’achuu ibsaniiru.

Yeroo itti aanu Finfinneetti haala sirna geejjibaa fooyyeessuun danda’amu, karoora tarsiimowaa garaagaraa fi dhimmoota biroorratti mari’achuu Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.