Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanach raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanii miseensota kaabinee waliin gamaaggamuu eegalan

Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kaabinee buchiinsa magaalichaa waliin ta’uun raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanii gamaaggamuu eegalaniiru.

Raawwiin hojii baatiwwan jahaan darbanii faayidaan gama diinagdee fi hawaasummaan, akkasumas gaaffiilee misoomaa hawaasni kaasan deebisuurratti bu’aan buusaa jiru maal akka fakkatu gadi fageenya kan ilaallamu ta’uu ragaan Kominikeeshinii magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.