Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanachi Ayyaanni Iid Al Faxir karaa nagaan kabajamee akka xumuramu qaamolee qooda qaban galateeffatan

Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa FinfinneeAadde Adaanachi Abeebeen Ayyaanni Iid Al Faxir karaa nagaan kabajamee akka xumuramu qaamolee qooda qaban galateeffataniiru.

Har’a ayyaanni Iid Al Faxir 1445ffaa jaalalaa fi tokkummaan bifa ho’aan kabajameera jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Ayyaanichi karaa nagaan akka kabajamu qaanolee haala mijeessan galateeffataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.