Fana: At a Speed of Life!

Aanaa Jimmaa Horrootti jiraattoonni magaalaa Nuunnuu ABO Shanee balaaleffatan

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti jiraattoonni magaalaa Nuunnuu duula sakatta’iinsa ABO Shanee gaggeessuun balaaleffataniiru.
Duula kana irratti jiraattoonni magaalicha, hojjettoonni mootummaa, daldaltoonni, dargaggoonni hirmataaniru.
Jiraattoonni kunneen duulichaan gocha suukaneessaa ABO Shanee balaaleffachuuf akka ba’an himaniiru.
ABO Shaneen bakka nu bu’uu jechuusaanii ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa godina Qellem Wallaggarraa argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.