Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Taayitichaa Abbootii kalaqaaf beekamtii kenne

Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) –Abbaan taayitaa Saayinsiifi Teeknooloojii Oromiyaa abbootii kalaqaa 19’f beekkamtiifi deeggarsa taasiseera.

Abbootiin kalaqaa haala itti hojiilee kalaqaa isaanii guddisan irratti abbaan taayitichaa deeggarsa ogummaafi maallaqaa kan taasisu ta’uu Itti aanaa hoggaanaa Abbaa Taayitaa Saayinsiifi Teeknooloojii Oromiyaa Dooktar Lijaalam Ayyaalaan ibsaniiru.

Deeggarsi gama abbaa taayitichaan taasifamu cimee kan itti fufu ta’uu kaasuun, dhaabbileen dhuunfaas abbootii kalaqaa tumsuu akka qaban dhaabaniiru.

Abbootiin kalaqaas deeggarsiifi beekkamtiin isaaniif kenname caalmaatti kan isaan kakaasu ta’uu himaniru.

Dajanuu Gonfaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.