Fana: At a Speed of Life!

Abbootii carraa manneen jireenyaa marsaa 2ffaan 40/60f furtuun laatamuu eegale

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC)- Abbootii carraa manneen jireenyaa marsaa 2ffaan 40/60 raawwiin ijaarsa isaanii fooyya’aa ta’aanii furtuun laatamuu eegaleera.
Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbayii fi hooggantuu Biiroo bulchiinsa fi misooma manneenii magaalaa Finfinnee Dooktar Maskaram Zawdee Hayaatitti addabaabaay 49tti argamuun furtuu manneenii abbootii carraaf laataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.