Fana: At a Speed of Life!

Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyona dhibba 1 darbe

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)-Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii Miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 8 fi kuma dhibba 3 fi kuma 15 darbeera.
Kanneen keessaayis namoonni miiliyoonni 2.3 ol lubbuun isaanii darbeera.
Adduunyarratti namoonni miiliyooni 80.3 ammoo vaayrasicharra dandamataniiru.
Ameerikaa, Hind, Braaziil, Raashiyaa fi Briitaaniyaan biyyoota vaayrasichi hedduminaan keessatti babal’ateera.
Maddi:-Worldometer
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.