Fana: At a Speed of Life!

Adeemsi filannoo rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa jira – Komishinii Poolisii Federaalaa

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Adeemsi filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaan rakkoo nageenyaa tokko malee gaggeeffamaa jiraachuu Komishiniin Poolisii Federaalaa beeksiise.
Odeeffannoo hanga ammaatti jiruun ummanni haala nagaa fi tasgabbii qabuun sagalee laachaa jiraachuu ibseera.
Komishinichi yeroo itti aanuus haala waliigalaa jiru Federaalaa, naannolee fi Bulchiinsa magaalotaarraa ragaa walitti qabuun odeeffannoo qabatamaa fi sirrii ummataan kan ga’u ta’uu himeera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.