Fana: At a Speed of Life!

Afrikaan nageenyaa fooyya’aa fi badhaadhina akka qabattuuf murannoo qabaachuu qabna-Dura Ta’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa

Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Afrikaan nageenyaa fooyya’aa fi badhaadhina akka qabattuuf kan yeroo kami caalaa murannoo qabaachuu qabna jechuun Dura Ta’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahamaat himaniiru.

Dura Ta’aan Komishiniicha Muusaa Faakii Mahamaat Guyyaa Afrikaa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.

Ergaa isaaniitin Afrikaan nageenyaa fooyya’aa fi badhaadhina akka qabattuuf murannoo qabachuu qabna jechuun fuula Twiitara isaaniirratti ibsaniiru.

Dabalataanis tokkummaan keenya maddaa cimina keenyati jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.