Fana: At a Speed of Life!

Agarsiisni “Start Up Ethiopia” baname

Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Agarsiisni “Start Up Ethiopia” dargaggoonni 900 ol irratti hirmataan Golambaa Saayinsiitti banameera.

Agarsiisa torbanoota sadiif turu kanarratti, dargaggoonni sadarkaa jalqabaa, sadarkaa jalqabaan ce’anii fi sadarkaa gabaa keessa seenuurra ga’an hojiilee isaanii kan dhiyeessan ta’uun ibsameera.

Agarsiisicharratti Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Mufaariyaat Kamaal, Ministira Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaa, Ministira Indaastirii Malaakuu Allibal, Ministir Deetaa Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi fi qondaaltonni olaanoo biroon bakka argamanitti agarsiisichi banameera.

Yismaawu Adaraawutu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.