Fana: At a Speed of Life!

Amb. Misgaanuun yaa’ii 19ffaa Ministiroota Sosochii Biyyoota Walabaarratti hirmaachaa jiru

Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Yaa’ii Ministiroota 19ffaa Sosochii Biyyoota walabaarratti hirmaachaa jiraachuun eerameera.

Yaa’iichi har’a Ugaandaa Kaampaalaatti gaggeeffamuu eegaluu ragaan Ugaandaatti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.