Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Alamaayyahu Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti itti aanaa itti gaafaatama kutaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Raashiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Alamaayyahu Taganuun Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaatti itti aanaa itti gaafaatama kutaa Afrikaa Jiyoorjii Tooduwaa waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Alamaayyahun dhimmoota duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeeffame, sochii deeggarsa namoomaa akkasumaas hariiroo haala waqtaawaa biyyoota ollaa Ityoophiyaarrati ibsa taasisaniiru.
Turtii isaaniitin hariiroo Ityoophiyaa fi Raashiyaa giddu jirurratti mari’ataniiru.
Hariiroo biyyoota lamaanis caalmaan cimsuuf haaloota dandeessisaan irratti mari’achuu isaanii ragaan waajjira Dubbi Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.