Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Fitsuum Araggaan Xalayaa muudama isaanii bulchituu Kaanaadaaf dhiyyessan

Finfinnee, Fulbaana 20, 2015(FBC)- Ambaasaaddar Fitsuum Araggaan Xalayaa muudama isaanii bulchituu Kaanaadaa Meerii Saayimaaniif dhiyyeessaan.

Ambaasaaddar Fitsuum hariiroo Ityoophiyaafi Kaanaadaa gama daldalaafi Invastimeentiin qaban daran cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsaniiru.

Kana malees Ambaasaaddar Fitsuum haala yeroo Ityoophiyaa irratti  bulchituu Kaanaadaaf ibsa kennuu  ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muldhisa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.