Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Hiruut Bayyanaa Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Jarmanii fi Faransaay waliin marii’atan

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2013 (FBC) –Ambaasaaddar Hiruut Bayyanaa Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Jarmanii fi Faransaay waliin marii’atan.

Beeljiyaam Biraasalstti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Hiruut Bayyanaa Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Jarmanii fi Faransaay waliin marii’ataniiru.

Ambaasaaddar Hiruut gamtichatti miseensa koree dhaabbii siyaasaa fi nageenyaa Ambaasaaddar Toomaas Osoowuskii fi Ambaasaaddar Kileeyri Ruwaaliin waliin marii’ataniiru.

Marichaan dhimmoota hariiroo Ityoophiyaa fi Gamtaa Afrikaa cimsuu danda’urratti marii’ataniiru.

Ambaasaaddar Hiruut riifoormii siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu irratti ibsa laataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.