Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Hiruut Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa gaanfa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Hiruut Zammanaan Gamtaa Awurooppaatti bakka buutuu addaa gaanfa Afrikaa Aniit Weebar waliin mari’ataniiru.
Haala waaqtawaa Ityoophiyaa fi dhimmoota naannichaarratti mari’ataniiru.
Aniit Weebar daawwannaa dhiyeenya Ityoophiyaatti taasiisan ilaalchisee yaada waljijjiiraniiru.
Ambaasaaddar Hiruut Aniit Weebar waliin walitti dhiyeenyaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.
Yeroo itti aanu dhimmoota waloorratti marii gaggeessuuf walii galuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.