Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Leencoo Baatii xaalayaa muudamaa isaanii Mootii Saa’uud Arabiyaaf dhiyeessan

Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Leencoo Baatii xaalayaa muudamaa isaanii Mootii Saa’uud Arabiyaa Salmaan Biin Abdul’aaziiz Al Saa’uudiif dhiyeessaniiru.
Ambaasaaddar Leencoon ergaa hawwii gaarii Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Mootichaan ga’aniiru.
Haariiroo seenaa qabeessaa fi michummaa ummattoota biyyoota lamaanii gidduu jiru cimsuuf caalmaatti cimsuuf tattaaffii kan taasiisan ta’uu Ambaasaaddar Leencoon ibsuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.