Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen daayreektara olaanaa Yuuniiseef waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen daayreektar olaanaa dhaabbata gargaarsa daa’immaanii Heenariitaa Foor waliin mari’ataniiru.
Haala giddugala qindeessa deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay hundeessuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Akkasumas nyaataa ijaarsaa fi meeshaalee yaala fayyaa naannichatti akkaataa dhiyeessuunn danda’amurrattis mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.