Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Yibalxaal Sudaanitti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan

Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Sudaanitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimiroo Sudaanitti Ambaasaaddara Jarman Toomaas Tarseengan waliin mari’ataniiru

Ambaasaaddar Yibalxaal haala waqtaawaa Ityoophiyaa, deeggarsa namoomaa mootummaan taasiisaa jiruu fi badii gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Afaarii fi Amaaraatti qaqqabsiisaa jiru ibsa taasiisaniiru.

Marii Sadee Hidha Haaromsaa fi waldhabdee daangaa Ityoo Sudaan ilaalchisees ibsa laachuu isaanii ragaan Sudaanitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.