Ispoortii

Ispoortii

Cheelsii 4 – 4 Maanchiister Siiitii

Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphni Si'oominaan eegamaa ture qixaan xumurame Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti gaggeeffame goolii 4 qixaan xumurameera. Siitiin yeroo sadi dursus Cheelsiin xiiqiin taphachuun qabxii qoodateera. Morkiin hawwataa fi xiiqiin guutame garee lamaan gidduutti…
Read More...

Jibuutii 1 – 8 Itiyoophiyaa

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 15 gadii gita isaa Jiibuutii goolii 8 fi 1n injifate. Dorgommii tapha Kubbaa Miilaa Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ramaddii 2ffaa…