Fana: At a Speed of Life!

Arsenaal Tootenhaam injifachuun dursummaa liigichaa cimsate

Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC) – Piriimeer Ingilaandi torbee 35ffaa har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa jalqabee taphatameen Arsenaal Tootenhaam injifachuun dursummaa liigichaa cimsateera.

Tapha guddaa darbii Kaaba Landaniin Arsenaal galchii 3 fi 2 Tootenhaam injifateera.

Arsenaal taphoota hafan hunda osoo injufateeyyuu shaampiyoonaa ta’uuf qabxii Maanchiister Siitii eeguuf dirqama.

Siitiin taphoota hafan hunda injifannaan Shaampiyoonaa ta’a jechuudha.

Tapha biroon Boornimaawuuz galchii 3 fi 0n Biraayitan injifateera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.