Fana: At a Speed of Life!

Artiist Taammany Bayyanaa dabalatee namoonni bebbeekamoo fi hoggantoonni olaanoon raayyaa ittisaa duraanii adda waraanaatti duulaan

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Artiist Taammany Bayyanaa dabalatee namoonni bebbeekamoo fi hoggantoonni olaanoon raayyaa ittisa biyyaa duraanii adda waraanaatti duulaniiru.

Hayyuun Siyaasaa Na’aamiin Zallaqaa fi Birgaadeer Jeneraal Kaasaayyee Camadaa gara adda waraanaatti kanneen duulaan keessaa isaan tokko ta’uu EBC’n gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.