Fana: At a Speed of Life!

Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Beejiing injifate

Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Haayinaa Beejiinitti gaggeeffame injifateera.

Atileet Dheerreessaa Galataan fageenyicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 7 fi sekondii 41 xumuruun 1ffaa yoo ba’uu, Atileet Yihuuninyi Adaanaan ammoo sa’aatii 2 fi daqiiqaa 7fi sekondii 42 xumuruun 2ffaa ba’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.