Fana: At a Speed of Life!

Atileet Ganzabeen fiigicha maaraatoonii walakkaa Antiriim Kosti irratti akka hirmaattu beeksiste

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC)- Atileet Ganzabee Dibaabaan figicha maaraatoonii walakkaa Ayerlaandi Kaabaa Antiriim Kosti irratti akka hirmaattu beeksiste.

Atileet Ganzabeen, gama miidyaa hawaasummaa isheen akka beeksistetti, Hagayya 27 dorgommii fiigichaa maaratoonii walakkaa Antiriim Kosti gaggeeffamurratti akka hirmaattudha.

Kanaan dura dorgommii Ayerlaandi Antiriim Kosti irratti hirmaattee kan hinbeeknee eeeruun, bakkichi dorgommichaaf mijata akka ta’u abdii qabaachuu ibsiteetti.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.