Fana: At a Speed of Life!

Atileet Lammii Birhaanuun Maaraatoonii Piraag injifate

Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Atileet Lammii Birhaanuun Maaraatoonii Ripaablika Cheek magaalaa Piraagitti dorgomame injifateera.

Atileet Lammiin fageenyicha Sa’aatii 2 fi daqiiqaa 8 fi sekondii 45 xumuruun injifateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.