Fana: At a Speed of Life!

Atileet Lattasanbat sa’aatii saffisaa 4ffaa galmeessite

Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Atileet Lattasanbat Giday fiigicha meetira kuma 5 dubartootaa Barliinitti gaggeeffameen sa’aatii saffisaa 4ffaa galmeessiteetti.

Fiigicha kanarratti rikardii haaraa galmeessuuf tattaaffiin taasifte milkaa’uu baatus, fageenyichaa daqiiqaa 14, sekoondii 8 fi maayikiroo sekoondii 79’n xumurteetti.

Fageenya kanaan rikaardiiwwan saffisoo jedhaman shan kan galmaa’anii jiran yoo ta’u, kana keessaa sadii Atileet Lattasanbat Gidayiin kan galmaa’aniidha.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.