Fana: At a Speed of Life!

Atileet Qananiisaa Baqqalaa fi Tigisti Asaffaan Maraatoonii Landanirratti ni hirmaatu

Finfinnee, Guraandhala 27, 2016 (FBC)- Atileet Qananiisaa Baqqalaa fi Tigisti Asaffaan maraatoonii Landanirratti kan hirmaatan ta’uu Koreen Qopheessituu Maraatoonii Landan beeksise.

Atileet Qananiisaan Maraatooniii Vaaleenshiyaa 2023’rratti sa’atii 2 fi daqiiqaa 4 fi Seekondii 9 xumuruun ni yaadatama.

Gama dubartootaan ammoo Atileet Tigisti Asaffaa akka hirmaattuu korichi beeksiseera.

Maratoonniin Landan kan bara 2024 bara Faranjootaa kana Ebla 21 kan gaggeeffamu ta’uun ibsamera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.