Fana: At a Speed of Life!

Atileet Tigist Asaffaaf simannaan taasiifame

Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Barliin 49ffaan riikkardii addunyaa fooyyeessuun kan injifatte Atileet Tigist Asaffaaf Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti simannaan taasiifameera.
Ministir Deetaan Ministira Aadaa fi Ispoortii Ambaasaaddar Masfin Charinnatii fi Pireezidaatiin Federeeshinii Atileetiksii Gargaartuun Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluun Buufata Xiyyaaraatti argamuun simannaa taasiisaniifru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.