Fana: At a Speed of Life!

Atileet Tsiggee Dhugumaan dorgommii fiigicha meetira 800 Beelgireediin rikardii bakkichaa fooyyessite

Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)-Atileet Tsiggee Dhugumaan dorgommii fiigicha meetira 800 Beelgireediin rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatte.
Atileet Tsiggeen fageenyicha daqiiqaa 1 fi sekoondii 59 fi maayikiroo sekoondii 66’n rikardii bakkichaa foyyessuu dandeesstti.
Fageenya kanaan Atileet Tigisti Girmaan daqiiqaa 2 fi maayikiroo sekoondii 21’n 2ffaan xumuruu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.