Fana: At a Speed of Life!

Atileetonni Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 44ffaaf shaakala taasisaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Atileetonni Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 44ffaa Guraandhala 18, 2023 gaggeeffamuuf shaakala taasisaa jiraachuu ibsame.

Dorgommichaaf atileetonni  dhiiraa 14fi dubartoonni 14 eeggattootaa isaanii waliin Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Jaan- Meedaa 40ffaa Mudde 23, 2015tti gaggeeffameen filatamuu eerameera.

Atileetonni kunneen barii dorgomichaarraa eegalee Kaampii taa’anii akka leenji’an taasifamuu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.