Oduu biyya keessaa Guyyaan Gaddaa Biyyaalessaa Labsame Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti Guyyaan Gaddaa biyyalessaa guyyoota sadiif turu labsame. Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti bala Sigiga lafaa mudate hordofee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan olola Mootummaa Somaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jirti-MDHA Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan olola Mootummaa Soomaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera. Ministeerichi…
Biiznasii Dhaabbatichi Bu’aa Birrii biiliyoona 8 ol argachuu ibse Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Loojistiksii fi Geejjiba Galaana Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti bu’aa Birrii biiliyoona 8 argachuu beeksiseera. Dhaabbatichi bara…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Ministeera Bishaanii fi Inarjii waliin mari’atan Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Mana Maree Yaa’aawwaan Ministeera Bishaanii fi Inarjii waliin mari’ataniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Leenjiin ogeeyyii Miidiyaa fi Kominikeeshinii marsaa 4ffaan kennamuu eegale Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- leenjiin ogeeyyii Miidiyaa fi Kominikeeshinii marsaa 4ffaan Magaalaa Finfinneetti kennamuu eegaleera. Leenjichi mata duree "Seennessa Biyyaalessummaa…
Ispoortii Olompikiin Paaris 2024 har’a ifatti banama Tsehay Guluma Jul 26, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Olompikiin Paaris 33ffaan har’a galgala sa’aatii 2:30 irraa eegale sagantaa garaagaraan ni banama. Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa jalqabaa…
Oduu biyya keessaa Noorweey gahee Olaanaa Itiyoophiyaan tasgabbii Naannawichaaf taasisaa jirtu dinqisifatte Tsehay Guluma Jul 24, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) –Noorweey gahee olaanaa Itiyoophiyaan tasgabbii Naannawichaaf taasisaa jirtu dinqisifatte. Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Bu’uuraalee misoomaa magaalichaa sirnaan eeguuf seera kabachiisa dambiirratti fooyya’iinsi taasifame Tsehay Guluma Jul 24, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinnee Bu’uuraalee Misooma magaalichatti hojjetaman badiirraa tiksuuf seera kabachiisaa dambiirratti…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 204 gara biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Jul 24, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 204 balallii marsaa Sadiin har’aa gaggeeffameen gara biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa lafa heektaara 550 Invastimantiif qophii taasisuu ibse Tsehay Guluma Jul 24, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Zooniin Diinagdee Addaa Gadaa lafa heektaara 550 Invastimantiif qophii taasisuun bu’uuralee misoomaa garaagaraa ijaaraa jiraachuu ibseera.…