Fana: At a Speed of Life!

Ayyaana Iid Al Faxir karaa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa

Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC) -Kabajni Ayyaana Iid Al Faxir waggaa 1445ffaan karaa nagaan xumurame Humna Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise.

Humnichi ummata waliin ta’uu kabajni ayyaanichaa karaan nagaan akka xumuramu taasisuu ibseera.

Qaamoolee tumsa hunda galeessa taasiisan hunda galateeffateechuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia#Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.