Fana: At a Speed of Life!

Ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun si’a sagal Madfiin ni dhukaafama

Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Ayyaana Iid Alfaxiir Boru kabajamu sababeeffachuu ganama sa’aatii 12:00 irratti Madfiin si’a sagal kan dhukaafamu ta’uun ibsame.

Ayyaanni Iid Alfaxiir 1445ffaan boru kan kabajamu yoo ta’u ayyanicha sababeeffachuunis Madfiin kan dhukaafamu ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisa beeksiseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.