Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanichi balaa tokko malee nagaan akka kabajamuuf qophii taasisuu Koomiishinichi beeksise

Finfinnee, Bitootessa 30, 2016 (FBC)- Komishiniin Hoggansaa Sodaa Balaa fi Ibiddaa Magaalaa Finfinnee Ayyaanaa Iid Alfaxiir balaa tokko malee nagaan akka kabajamuuf qophii duraa barbachisaa taasisuu beeksise.

Komishinichi hojmaataa balaaf saaxilaan eeruun filmaatawwan garaagaraan ergaawwan of eeggannoo dabarsaa jiraachuu himeera.

Kanaaf ayyaanichi balaa tokko malee akka kabajamuuf ergaawwan of eeggannoo dabarfaman akka hojiirraa oolan komishinichi hubachiiseera.

Eeggannoo taasifamu darbee balaawwan ibiddaa fi biroo tasa mudataniif deebii kennuuf tajaajilaa ambulaansiif 939 fi karaa tooraa bilbilaa 011-1-55-53-00, 011-1-56-86-01 akka beeksisan hawaasaa gaafateera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.