Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni cuuphaa magaalaa Assellaatti haala hoo’aa ta’een kabajame

Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) – Ayyaanni cuuphaa magaalaa Assellaatti haala hoo’aa ta’een kabajameera.

Ayyaana cuuphaa irraatti erga kan dabarsaan hojii gaggeessa kutaa lallaabaa godina Arsii Tamiruu Walduu ayyaanni cuuphaa yoo kabajamu gaabrummaa seexanaa jala bahuuf jedhan.

Kaantibaan magaalaa Assella obbo Gazalii Hashuu kabaja ayyaana kana irraatti argamun hordooftoota amantaa kiristaana maraan bagaa geessan jedhaniiru.

Ayyaanni kun ayyaana jalalaa fi wal danda’uu waan ta’ef yeroo ayyaana kana kabajnu nama biraa yadaachuu fi gargaaruun duudhaa amantichaa akka ta’es yaadachiisaniiru.

Miidhaksaa Kaqqachaatti gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.