Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti sosochiin ispoortiin kabajame

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC)- Ayyaanni injifannoo Adwaa 125ffaan magaalaa Finfinneetti sosochiin ispoortiin kabajameera.
Kabaja ayyaanichaarratti itti aantuun kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Sadarkaa Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinneetti Qindeessaan Dhaabbilee Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa obbo Zhaanxiraar Abbay dabalatee hooggantoonni olaanoo, maatiin ispoortii fi jiraattoonni sosochii ispoortii jabeenya qaamaa irratti hirmaataniiru.
Saganticharratti aadde Adaanach Abeebee erga dabarsaniin, haafuurrii fi gootummaan tokkummaa fi waliinii abbootii fi haadholii keenya durii har’as ummata keenyarratti dagaagee ni mul’ata jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.