Fana: At a Speed of Life!

Baalli sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis Shaashamannee gara Moyaaleetti imalchiifamaa ture to’annaa jala oole

Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)-Baalli sammuu namaa hadoochuu Kanaabiis Shaasahamannee gara Moyaaleetti imalchiifamaa ture to’annaa jala ooluu poolisiin godina Geediyoo aanaa Yirgaacaffee beeksiseera.

Akka gabaasa EBCtti Ajaajaan olaanaa poolisii aanichaa Saajiin Taammiraat Mitikkuu akka himanitti, baalli sammuu namaa hadoochuu kun eeruu uummataa fi hordooffii poolisiitin to’annaa jala ooleera jedhan.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.