Fana: At a Speed of Life!

Baankichi dameewwan  isaa 28 Magaalaa Maqaleetti argaman  hojii eegaluu ibse

Mudde 24, 2015(FBC)-  Baankiin Wagaagan dameewwan  isaa 28 Magaalaa Maqaleetti argaman guyyaa har’a  hojii eegaluu ibseera.

Waliigaltee nageenyaa hordofee dameewwan isaa magaalaa Maqaleetti argaman 28 irraa deebiin hojii eegaluuDaayrektarri Maarkeetiingiifi Korporeetii baankichaa obbo Afawarq Gabratsaadiq Faanaa Broodkaasting Korporeettitti himaniiru.

Bifuma walfakkaatuun dameewwan baankichaa distiriiktii Shireetti jalatti argaman 17n kanaan duraa hojii eegaluu yaadachiisaniiru.

Malaakuu Gadiftu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.