Fana: At a Speed of Life!

Baankichi imaltoota tikeeta balalii xiyyaaraa Moobaayil Baankiingiin bitatanirra kaa’ee ture kaase

Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa imaltoota tikeeta balalii xiyyaaraa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa Moobaayi Baankiingiin bitatanirra uggura Birrii kuma 100 kaa’ee ture kaasuu beeksiseera.

Baankichi, har’a irraa eegalee imaltoonni maallaqa callaa utuu hin qabatin tajaajila Moobaayil Baankiingiin uggura tokko malee bittaa raawwachuu akka danda’amu beeksiseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.