Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 340 taasise

Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Baankiin Addunyaa Itiyoophiyaatti naannawaa Gammoojjii jijjiirama qabeenya qilleensaan miidhaman deebisanii dhaabuuf kan oolu deeggarsa Doolaara miiliyoona 340 taasiseeera.

Deeggarsi Waldaa Misooma Idil Addunyaa irraa argame kun lammiilee miiliyoona 3 fayyadamoo kan taasiisu ta’uu ragaan Baankii Addunyaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.