Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa badhaasa Idil-addunyaa “Islamic Retail Banking” badhaafame

Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) -Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa badhaasa Idil-addunyaa “Islamic Retail Banking” 9ffaa badhaafameera.

Bara 2023tti tajaajila baankii Islaamummaa gahaa kennuun Baankii hojii jajjabeessaa hojjete jedhamuun badhaafameera.

Pireezidaantii Itti Aanaan CBE Nuur Obbo Nuurii Huseen badhaasicha fudhataniiru.

Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sirna tajaajila baankii Islaamummaa bifa guutuu ta’een kennuuf caalmaatti kan hojjetu ta’uu Obbo Nuurii Huseen ibsuu ragaan fuula baankicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.