Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Raaboo Baank waliin waliigaltee mallatteesse

Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Baankii Qonnaan Bultootaa biyya Neezerlaandi Raaboo Baank waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.

Raaboo Baankiin waggoota 128 dura qonnaan bultoota biyya Neezerlaandiin hundeeffame yoo ta’u, har’a biyyoota 38 keessatti seektara qonnaarratti hojechaa jiraachuu eerameera.

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaas baankii kana waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessuu ragaan fuula baankichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.