Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Shabalee daldaltoota qabeenya isaanii balaa Ibiddaan dhabaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasiise

Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Baankiin Shabalee daldaltoota Magaalaa Jigjigaatti qabeenya isaanii balaa Ibiddaan dhabaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 20 taasiiseera.
Daayrektarri olaanaan Baankii Shabalee Obbo Kadir Ahimad hoggantoota baankichaa biroo waliin ta’uun deeggarsicha Pireezidaantii Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammadiif laachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.