Fana: At a Speed of Life!

Baatii Sadaasaa gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo boba’aa haaluma Baatii Onkololeessaan itti fufa jedhame

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Baatii Sadaasaa keessa gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma Baatii Onkololeessaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Haaluma kanaan Onkololeessa 28, 2016 eegalee gatiin gurgurtaa boba’aa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu ibseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.