Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 walitti qabame

Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.

Baatiwwan arfan darban keessa Birrii biiliyoona 166.52 walitti qabuuf karoorfamee Birriin biiliyoonni 162.99 walitti qabamuu Ministirri Ministira Galiiwwan Aadde Ayinaalem Niguseen ibsaniiru.

Galiin argame kunis kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame Birrii biiliyoona 39.04 caalmaa qabaachuu ibsaniiru.

Birriin biiliyoonni 104.24 taaksii biyya keessarraa, Birrii biiliyoonni 57.74 ammoo daldala alaarraa argamuu eeraniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.