Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan Arfan darbanitti Birrii biiliyoonni 123 ol walitti qabame

Finfinnee, Sadaasa 10, 2014 (FBC) – Baatiwwan Arfan darbanitti Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 23 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeskiise.
Baatiwwan Arfan darban Birrii Biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 33 fi miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 81 ol walitti qabuuf karoorfamee, Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi Biiliyoonni 23 fi miiliyoonni dhibbi 9 fi miiliyoonni 62 ol walitti qabamuu Ministeerichi beeksiiseera.
Maallaqa walitti qabamuuf karoorfame keessaa % 92.94 milkaa’uu ragaan Ministeerichaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.