Fana: At a Speed of Life!

Baatiwwan saddeettan darban daldala alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 617 argamuu ibsame

Finfinnee, Ebla 3, 2016 (FBC) – Baatiwwan saddeettan darban daldala alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 617 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.

Baatiwwan saddeettan darban keessa Doolaara miiliyoona 705.15 argachuuf karoorfamee Doolaarri miiliyoonni 617 argamuu ibseera.

Kunis kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaalame Doolaara miiliyoona 80 ol caalmaa qabaachuu himeera.

Midhaan dheedhii fi Zayitaa kanneen galii olaanaa argamsiisan ta’uu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.