Fana: At a Speed of Life!

Baazaariin Irreechaa Giddugala Aadaa Oromootti baname

Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2015 sababeeffachuun Magaalaa Finfinnee Giddugala Aadaa Oromootti baazaariin banameera.

Baazaarichaan uffanni , faayyiifi meeshaaleen aadaa Oromoo kan dhiyaatan yoo ta’u, baazaarichi guyyoota sadiif kan ture jedhameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.