Fana: At a Speed of Life!

Balaa Tiraafikaa Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti mudateen lubbuun namoota 2 darbe

Finfinnee, Caamsaa 13, 2015(FBC)- Balaa Tiraafikaa magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoo aanaa 11 naannoo Atikilt Teraa jedhamuun beekamutti mudateen lubbuun namoota 2 darbuu ibsame.

Balichaan lubbuun namoota 2 yoo darbu namoota lamaarra ammo miidhaan qaamaan cimaan qaqqabeera.

Namoonni miidhaman wal’aansaaf gara mana yaalaatti geessamuu ragaan kominikeeshinii aanichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.